In this tutorial, we touched on all important grammatical rules to read and write the Oromo language. This tutorial is directed to people who do not talk Oromo language but like to learn the language.

The tutorial is, then in the English language. We believe that people should understand the rules of language and grammar before they can use it. Once they master the roles, they can move to the advanced tutorials in the Oromo language.

  1. Introduction
  2. Alphabets in the Oromo Language. Follow the video on Youtube.Alphabets part 1. The following is a lesson for kids . Oromo Alphabets kids format
  3. Short and Long Sounds in the Oromo Language. Sagalee Gabaa fi Dheeraa akka itti barreeffamu. For more follow the following links here and here
  4. Soft and Strong Sounds in Oromo Langauge. Sagalee Laafaa fi Jabaa akka itti barreeffamu. The following link brings you to the full lesson. Follow the link and learn more.
  5. Silent and Semi-silent Sounds in Oromo Langauge. Sagalee Irra Butaa. For more go to link
  6. Uses of Apostrophes Oromo language. Hudhaa Afaan Oromoo keessatti. More details can be found here
  7. Statement formation in the Oromo Language. Jechoota Afaan Oromoon. Learn more here.
  8. Numbers in the Oromo Language. Lakkoofsa Afaan Oromootiin.

There are more videos rerecorded to facilitate easy learning. The Oromo English videos are for Oromo for communication purposes are very easy to follow practice and learn. Watch the series of these videos on Youtube here.

Here is transcript of the videos

Unique Oromoo Sounds

  • C   == Caaltuu
  • Q  == Qeerroo
  • X ==  Xaafii
  • DH == Dhiha
  • NY== Nyaadhu
  • ZY ==‘Zyaanxilaa’ ,’Rizziraazy’

Reading/Speaking Afaan Oromoo

  • Dog =Doog
  • Bar = Baar
  • Bat = Baat
  • But = But (bat)
  • Language = Laanguweji
  • What = Waatti
  • Gauge = Geeji
  • English = Ingilish,
  • Me/we = Mii/wii
  • Erase = Irreez
  • Erode =  Irrood

Greetings = Nageenya.

  • Greetings = Nageenya
  • Me = Ani, Ana
  • You = Ati, Si’i
  • She = Ishee, Isii, Ishii
  • He = Isa
  • Them = Jara (plural)
  • Them = Isaan (respect)
  • Mine= Koo, kan koo
  • His = Kan isaa
  • Hers = Kan ishee
  • Yours = Kee, Kan kee (male, female, and plular)
  • Ours = Keenya, kan keenya
  • Theirs = Kan jaraa.
  • Health = Fayyaa
  • Peace = Nagaa
  • How are you?
  • Akkam?
  • Akkam fayyaa?
  • Akkam fayyaa dha?
  • Akkam nagaa?
  • Akkan nagaa dhaa?
  • Akkam fayyumaa?
  • Akkam nagumaa?
  • Attam?
  • Attam fayyaa?
  • Attam fayyaa dha?
  • Attam nagaa?
  • Attam nagaa dhaa?
  • Attam fayyumaa?
  • Attam nagumaa?

Similar

  • Akkam jirta ?  = Single male or female
  • Akkam jirtu?  = plural any, and respectfully
  • Akkam bulte?  = Single male or female
  • Akkam bultani?  Plural any, and respectfully
  • Nagaa jirtaa? = Single male or female
  • Nagaa jirtuu? = plural any, and respectfully
  • Akkam jirta ? 
  • I am fine = Ani Nagaa.
  • How about you?= Ati hoo akkami?
  • I am fine too, thanks= Anis nadhaa dha, galatoomi
  • Please say tell my greetings to your family= Maaloo maatii kee itti nagaa naa him.
  • OK, I will = Tole nan hima.
  • Kids, how are you? = Ijoollee akkam?
  • Girl, how are you? = Intaloo akkam?
  • Sister, how are you? = Obboleettii akkami?
  • Brother, how are you? = Obboleessaa Akkami?
  • Mr, how are you?= Obboo, akkami?
  • Mss, how are you? = Aaddee, akkami?
  • Guys, how are you?= Jarana, akkami?
  • How are you? = Isin/Akami jirtu?

Family

  • Family members
  • Father =Abbaa, 
  • Mother = Haadha, Harmee, Aayyoo,
  • Brother = Obboleessa,  
  • Sister = Obboleettii,
  • Grandfather = Akaakaa
  • Grandmother = Akkoo
  • Boy = Dhiira 
  • Girl = Durba
  • Female = Dubartii
  • Man = Dhiira
  • Son = Ilmaa
  • Daughter = Intala
  • Uncle= Eessumaa
  • Uncle = Wasiilaa
  • Aunt = Adaadaa
  • Family Greetings

How is your dad? = Abbaan kee fayyaa dha?

He is fine. = Fayyaa dha!

My dad is fine = Abbaan koo fayyaa dha,

Thank you!= galatoomi! 

How  about yours? = kan kee hoo?

Family Greetings

  • Is your father fine? = Abbaan kee  nagaa dhaa? 
  • My father is fine. = Abbaan koo nagaa dha!
  • My father is fine. = Abbaan koo nagaa isaa ti.
  • Is your family fine? = Maatiin nagaa dhaa?
  • Is your brother fine? = Obboleessi kee fayyaa dhaa?
  • How is Darartu doing? =  Darartuun akkami? / akkami dhaa?
  • Family Greetings
  • Is your mon fine? = Haati kee nagaa dhaa?
  • Similar
  • Harmeen kee Nagaa dhaa?
  • Aayyoon kee nagaa dhaa?
  • My mom is fine. = Harmeen koo nagaa ishee ti.
  • Thank you, yours? = Galatoomi! Kan kee hoo?
  • Other similar
  • Harmeen/Aayyoon koo nagaa dha.
  • Galatoomi! Kan kee hoo?

Family greeting = Nagaa Maatii

  • Is your brother fine? = Obboleessi kee nagaa dhaa?
  • Is your brother around? = Obboleessi kee jiraa?
  • What about you sister? = Obboleettiin kee hoo?
  • How about you? = Atoo akkami?
  • How are you, are you fine? = Ati akkami nagaa dhaa? = Ati akkami nagumaa?
  • I am fine, thanks. = Ani nagaa dha, galatoomi! = Ani nagaa koo ti, galatoomi!
  • How is our country? = Biyyi akkami?
  • How is faimly? = Maatiin Akkami?
  • How are kids? = Ijoolleen Akkam?

Less formal

  • Akkam aadde?, Akkam obbo?
  • Akkam gurbaa?
  • Akkam intalaa?
  • Akkam jarana?

Similar

  • How is our country?= Biyyi nagaa dhaa?
  • How is family? = Maatiin Nagaa dhaa?
  • Are kids ok? = Ijoolleen nagaa dhaa?
  • Our country is peaceful. = Biyyi nagaa dha.
  • Our family is fine. = Maatiin Nagaa dha.
  • The kids are fine. = Ijoolleen nagaa dha.

Introductions  =  Wal Baruu.

  • I am Lomi, you are you? = Ani Lammii dha, ati hoo eenyu?
  • My name Kuma, who are you called? = Ani kumaan jedhama, ati hoo, Eenyu siin jedhu?
  • I am Ibsa, you? = Ani Ibsaa dha, ati hoo?
  • Let me introduce myself, I am Meti. =  Wal haa barru, Meetiin jedhama.
  • Where you live? = Eessa jiraatta?
  • Where did you born? =Bakki dhaloota kee eessa?, Eessatti dhalatte?
  • What are you studying? = Maal baratta? Maal barachaa jirta?
  • I am Kuma.= Inni Kumaa dha.
  • She is called Biftu. = Isheen Biiftuu jedhamti.
  • She is Biftu. = Iseen Biiftuu dha.
  • He is called Mr. Fita. = Isaan Obbo Fiixaa jedhamu.
  • She is called Ababo. = Isaan Aadde Abaaboo jedhamu.
  • It is them; Bulcha and Tola. = Isaan dha, Bulchaa fi Tolaa dha.

Good byes

  • Nagaatti   
  • Nagaan   
  • Nagaatti gali = go home in peace, go home safe
  • Nagaan deemi = go your way in peace
  • Karaa nagaa = Peaceful journey !
  • Karaa nagaa deemi =  go a peaceful away
  • Ani deemeera nagaatti = I am gone, bye!
  • Ani deemeera nagaan  = I am gone, be in peace!
  • Nagaatti gali  Go home safe –single
  • Nagaan galaa =Go home safe – plural* 
  • Nagaan deemi =Go safe-single
  • Nagaan deemaa = Go safe-plural
  • Nagaatti turi =stay safe – single 
  • Nagaan turaa = Stay safe – plural

Like and Dislike!= Jaallachuu fi jibbuu!

  • I like red stew. = Ittoo diimaa nan jaalladha.
  • I like coffee. = Ani buna nan jaalladha.
  • What you like?  = Ati maal jaallattaa?
  • I love you. = I like you. = Ani sin jaalldha.
  • Love you/like you. = sin jaalldha.
  • I do not love you = I do not live you. = Si hin jaalladhu.
  • Don’t hate me = Na hin jibbin.
  • Like and dislike!= Jaallachuu fi jibbuu!
  • I do not like gossip.  =  Ani hama hin jaalladhu!
  • He does not like drinking. = Inni dhuguu hin jaallatu!
  • She hates black cat. = Isheen adurree hin jaallattu!
  • He likes listening to news. =  Inni oduu jaallata. / Inni oduu dhaggeeffachuu jaallata.
  • What do you like፣ coffee or tea? = Isin maal jaallattu, bunu moo shaayee?
  • Guys what do you like? = Isin maal jaallattu
  • He does not like jokes. = Isaan qoosaa hin jaallatani.
  • They do not like this. =  Jarri kana hin jaallatani.
  • You like it or not! = Jaallattus; jibbitus!

Direction and places -Garaa fi bakka

  • Where are you going? = Eessa deemtaa?
  • Is there any bank around? = Baankiin naannoo kana jiraa?
  • Which way is stadium from here? =Istadiyeemii karaa kami deemuu?
  • Where can I take taxi to Marcato? = Markaatoo deemuu eessatti qabatuu?
  • Which direction is Bole from here =   Asi irraa Booleen garami, gara kami?
  • Which direction is to go to Wallega? = Karaan Wallaggaa deemu eessanii?
  • Is Piyasa this way or that way? = Piyaassani garana moo garasii?
  • Is Bedele found in the east or the west? = Beddelleen Baha moo dhihatti argamaa?
  • Do you want to go to the north or to the south? = Gara Kaabaa moo gara Kibbaa deemuu feeta?
  • Here = Asi, Kunoo,
  • There = Achi, Kuunnoo,
  • Up = Oli,
  • Down = Gadi,
  • Under = Jala
  • Left  = Bitaa,
  • Right = Mirga,
  • Upper = Gubbaa
  • Below= Goda
  • Below= Gajjallaa
  • Bottom/Under= Gararraa

Directions

  • East = Baha
  • West= Dhiha
  • North= Kaaba
  • South= Kibba

WH questions What?= Maal?

  • What are you looking for? = Maal barbaaddaa?
  • What happen to you? = Maal taatee?
  • What did you say? = Maal jettee?
  • What are you doing? = Maal gootaa?
  • What are you eating? = Maa nyaattaa?
  • What is this? = Maali kun?
  • What can you do? = Maal fidda?

Where? =Eessa?

  • Where are you? = Essaa jirtaa?
  • Where are you going? = Eessa deemtaa?
  • Where is your country? = Biyyi kee eessaa?
  • Where did you come from? = Eessaa dhuftee?
  • Where did you put? = Eessa keessee?
  • Where did you see? = Eessatti argitee?
  • Nowhere to escape. = Eessattuu hin baatu!

WHY? = Maaliif?

  • Why? = Maaliif?
  • Why did you call me? = Maaliif na waamtee?
  • Why did you do this? = Maaliif akkas gootee?
  • Why did you hate me? = Maaliif na jibbitaa?
  • Why did you like it? =  Maaliif jaallatte?
  • Why did you say that? = Maaliif akkas jettaa?
  • Why are you angry? = Maaliif aartaa?
  • Why do they fight? = Maaliif wal loluu?

who? = Eenyu?

  • Who is your father? = Abbaan kee eenyuu?
  • Who is this? = Inni kun eenyu dhaa?
  • Who is she called? = Isheen kun eenyu jedhamtii?
  • Who are you? = Ati eenyu dha?
  • Who and who? = Eenyuu fi eenyu dha?
  • Who am I; who are you! =  Ani eenyu, ati eenyu!
  • Who is brave, who is coward! = Eenyu goota, eenyu miti!

When? = Yoom?

  • When did you come? = Yoom dhuftee?
  • When are you leaving? = Yoom deemtaa?
  • When did you born? = Yoom dhalattee?
  • When is Christmas? = Ayyaanni Qillee Yoomii?
  • When do we get peace? = Yoom nagaa argannee?
  • When are you coming? = Yoom dhuftaa?
  • When are we meeting? = Yoom wal arginaa?
  • For When? = Yoomiif?

Parts of the body= Qaama dhagnaa

  • Head hair = Rifeensa mataa
  • I have headache. = Mataa na dhukkuba
  • Bald = Moluu
  • forehead= Adda
  • Public eye and ear. = Ija fi gurra sabaa.
  • Nose = Funyaan
  • Cheek = Maddii
  • Eyebrow = Nyaara
  • Parts of the body = Qaama dhagnaa
  • Month= Afaan , Afaan* Oromoo
  • Tongue = Arraba  
  • Neck = Morma
  • chest = Laphee
  • Belly = Garaa
  • Leg= Miilla
  • Hand = Harka
  • Figure = Quba  
  • Nail = Qeensa

Time and calendar = Lakkofsa Yeroo

  • What time is it? = Saatiin meeqaa?
  • Now it is 10:30. = Amma saáatiin 10:30 dha.
  • What date is today? = Guyyaan meeqa har’a?
  • Today it is January 14. = Har’a guyyaan Amajjii 14 dha.
  • What year were you born? = Bara kam dhalattee?
  • I was born in 1975. =  Bara 1975in dhaladhe.
  • Time and Calendar= Lakkofsa Yeroo
  • Two weeks = Torban lama
  • After 3 weeks = Torbee 3 booddee
  • Every week. = Torban torbaniin
  • month= Ji’a
  • Year = Waggaa,
  • Era= Bara

Time and calendar= Lakkofsa Yeroo

  • Monday = Wixata
  • Tuesday= Kibxata
  • Wednesday = Roobii
  • Thursday = Kamisa
  • Friday = Jimaata
  • Saturday = Sambata
  • Sunday = Dilbata
    • Dawn= Barii
    • Morning= Ganama, Waaree Dura.
    • Noon = Waaree
    • Night =  Alkan
    • Afternoon= Qabsaa, Waaree Booda.
    • Evening= Galgala
    • Midnight =  Waarii
  • Let’s meet in the evening = Galgala wal argina.
  • Come in the morning. = Ganama kottu.
  • It is hot in the afternoon. = Waaree booda ni ho’a.
  • It is already midnight = Waarii ta’eera.
  • Time and Calendar = Lakkofsa Yeroo
  • He left Sunday night.  = Dilbata alkan deemani.
  • She came Monday morning. = Wixata ganama dhufte.
  • I will come tomorrow or the day after tomorrow. = Bor yookaan bor-ooleen dhufa.
  • It rained yesterday and before yesterday.  Kaleessaas dheengaddas roobeera.

Months  in Oromo

  • January = Amajjii
  • February = Gurrandhala
  • March = Bitootessa
  • April = Ebla
  • May = Caamsaa
  • June = Waxabajjii
  • Time and Calendar= Lakkofsa Yeroo
  • July = Adoolessa
  • August = Hagayya
  • September = Fulbaana
  • October = Onkoloolessa
  • December = Sadaasa
  • December = Muddee

Errors and corrections -Dogoggoraa fi Sirreessa.

  • True and False = Dhugaa fi Soba
  • I made a mistake,sorry. = Nan dogoggore, dhiifama.
  • This is false. = Kun soba dha.
  • is this true?  = Kun dhugaa dhaa?
  • Sorry, I forgot. = Dhiifama, nan irraanfadhee.
  • Is this false, or true? = Kun soba moo dhugaa dha?
  • Why are you lying? = Maaliif sobdaa?
  • Errors and Corrections-Dogoggoraa fi Sirreessa.
  • I did not lie = Anoo hin sobne.
  • Did you tell the truth? =  Dhugaa jettee?
  • Are you sure? = Dhugaa kee ti!
  • This is not correct. =  Kun sirrii miti!
  • Correct your mistake. =  Dogoggora kee sirreeffadhu!

Colours -Haalluu

  • White = adii
  • Day light= Guyyaa adii.
  • Black = Gurraachaa
  • In dark night = Alkan gurraacha.
  • Black goat is coming = Reettiin gurraattiin dhufte.
  • Is Obama black or white ? = Obaamaan adii moo gurraachaa?
  • Red = Diimaa
  • Red like blood. = Diimaa akka dhiigaa ti.
  • Bring me red stew. = Ittoo diinaa naa fid.
  • Colours-Haalluu
  • Yellow = keelloo
  • I never see yellow dress. = Wandboo keelloo argee hin beeku.
  • Keelloo always bloom yellow= Keelloo yeroo hundaa keelloo daraarti
  • Green = magarsiisa
  • Oromia is green everywhere. =  Oromiyaan bakki hundaa magarsiisa dha.
  • Red nad green colours go together = Haalluun diimaa fi magariisaa waliin deemu.
  • Orange = Bifa burtukaanaa
  • blue = bifa samii
  • Gray = bifa booraa
  • Brown = bifa bunaa

Buying and Selling -Bittaa fi gurgurtaa

  • How much is this? =  Kun meeqaa?
  • This is 200 Birr. = Kun qarshii 200.
  • Take 150. =  Dhibba 150n fudhadhu.
  • How much is that? = Sum qarshii meeqaa?
  • Buying and Selling -Bittaa fi gurgurtaa
  • That is 300 Birr. = Sun qarshii 300 dha.
  • Tell me last price.  = Kan dhumaa natti himi.
  • It is the last price.  = Dhuma dha.
  • Tell me the selling price. = Kan gurgurtaa natti himi.
  • That is it. = Kanuma dha.
  • Buying and Selling -Bittaa fi gurgurtaa
  • How much did you buy your shoes? = Kophee kee meeqaan bittee?
  • I bought it 500 Birr. = Kophee koo qashii 500 nan bite.
  • It is very expensive = Baayyee mi’aa dha./ Baayyee qaalii dha. Hedduu mi’aa/qaalii dha.
  • Buying and Selling-Bittaa fi gurgurtaa
  • No, it is cheap. = Lakkii innoo rakasa dha./ Lakkii rakasha dhaa.
  • How much is (a cup of) tea? = Shaaheen meeqaa?
  • How much is coffee? = Bunni meeqaa?
  • How much is red stew. = Ittoo diimaan meeqa meeqaa?

Galatoomaa!

Back To Top